O nas Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo
„Hiibboo” jest prawie odpowiednikiem Riddle'a w języku angielskim. Hiibboo lub Riddle to forma zgadywania, która jest częścią folkloru większości kultur od czasów starożytnych. Aplikacja zawiera ponad 75 pytań Hiibboo w języku Afan Oromo.
Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokko.
Taphni kun bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baay'ee kan taphatamuus galgala erga loon galanii booda hanaga sa'aatiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa'aniiti.
Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) tahatamu ta'uu isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta'an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan „beekte ykn argatte” jadheenii bakka wal-jijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta'un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta'un tapha isaanii itti fufu.
Zobacz więcej Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo Informacje o najnowszej wersji
Google Play ID: com.abdulwasia.taphahiibboooromootaa
Na tej stronie możesz pobrać za darmo na tablet Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo Plik APK dla Android. Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo najnowsza wersja dla Android is 8.7.3z.
Zgłoś naruszenie praw. Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo Wszystkie wersje dla Android
najnowsza wersja na tablet